1 Kings 18:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani waan raagoota Baalitini jed'e, Isanitu nama heddu, korma toko fuud'a na durati qala. Qoraani kana ibidaani intuqina, Waaquma keesani ch'alla kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Eeliyaas raattota Ba'aaliitiin «Isin waan baay'ee taataniif isin dura mirgoo tokko filadha'aatii qala'aa qopheessa'aa ibidda itti hin bobeessinaa'a, maqaa waaqa keessanii waamaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas raagota Ba'aaliitiin, «Isin hedduu waan teetaneef, korma tokko filadha'aatii, dursa'a qala'aa qopheessa'a; achiin duuba maqaa waaqa keessanii waammadha'a; ammoo ibidda itti hin gabbisina'a» jedhe.