1 Kings 18:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti guyya gudda geennaani, Eliyaani worra goyeese waan jed'e, Lalabdani yaamtani ho? Inni Waaqa keesaniniti, inni hegeri muguu jira yokhaani gabaefa, yokhaani imaltu fa jira! Yokhaani hegeri raafu jira kaasu maltani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas haga guyyaan wodhakkaa gaye isaaniin «laagaa keessan ol qabadha'aa waamaa'a maal laataa inni yaadaan qabameeraa yookaan karaa deemee fagaateera, yookaan yoo rafee jiraate dammassuu barbaachisa!» jedha'aa isaanitti balde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa saatii jaatti Eliyaas, «Dhugumaan inni waaqaa motii ree! Takki yaadiisatti jira; yookiin huji'itti itti bacateera; yookiin karaa deemeera yookiin rafeera fa te'a, isa dammassiisaaf qoonqoo teessan ol qabadha'aatii iyya'a!» jedhee isaanitti murge.