1 Kings 18:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagooti taani lalabde kad'ate, aada ufi gula bilaafi woraanani ufi mumurte d'iiga ufi keesaa yaaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf raattonni sobaa akkuma armaan dura godha'aa turan, haga dhiinni isaanii jigutti billawaa fi cuuphe'een nafa ufii mammadeessa'aa isa waama'aa turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre raagoti dharaa qoonqoo ifii ol qabatanee iyyanee, akkuma aadaa isaanii dhiigi isaanii haga jigutti, shallaaga'aa fi ebo'oon nafa ifi mammadeessane.