1 Kings 18:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri akuma kaani haga lafti galgalooftuti iyyee maraate; ammo taatule nami qonqo worra d'agaye yokhaani worra jala owaate tokoleeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti saafawooftee ciincaan galgala gubamu dhiyaatutti raaga'aa turan; garuu laagaa tokkollee hin dhageenne; ka isaan dhagawuu fi isaanii deebisullee hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyaa saatii jaan duuba, haga ciincaa galgalaatitti raaga carraaqane; ammoo deebiin hin jirtu; ka deebii isaaniif kenne, ka isaan caqaselle hin jiru.