1 Kings 18:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Obadiani nama guddo AABBO Waaqa sodaatu; gaafa Yezebelini raagoota AABBO Waaqa fit'e
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aab bulchaa mana ufii Abdiyyuu waame Abdiyyu garuu nama guddisee Rabbiin sodaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Ahaab itti gaafatamaa mana mootummaa isaa Obaadiyaa waansise; Obaadiyaan nama guddoo Mootii Waan Maraa sodaatu.