1 Kings 18:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Eliyaani waan biyyaani jed'e, Me nati gad'iaad'a jennaani biyyiti iti gad'iaate. Inni fulla sorio AABBO Waaqa iti baasani ta qara balleesani mid'aase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eeliyaas banii maraanuu «Gara kiyya as dhiyaadhaa'a» isaaniin jedhe; baniin maruu gara isaa dhiyaatan; inni hulee ciinca'aa ka Rabbii ka diiggame deebisee ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas kolbaa maraan, «Gara kiyya kowa'a!» jedhe; isaanille gara isaa dhufane. Innille addee Mootii Waan Maraatiif ciincaa itti dhikeessanu ta diigante deebisee ijaare.