1 Kings 18:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'akhaa kud'ani lama, gosa kud'ani lama ta ilmaani Yakobo namicha AABBO Waaqi Israeli maqa baase kaani gula fuud'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Rabbi maqaa ijoollee «Israa'elii» gosa kudha lama jedhee worra Yaaqoobiin irraa dhalataniin maqaa gosa kudha lamaatiin Eeliyaas dhagaa kudha lamaa fuudhee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni laakkossa gosa ilmaan Yaaqoobii kudhanii lamaatiin, dhakoota kudhanii lama fuudhe; Yaaqoobiin kun ka Mootiin Waan Maraa, «Maqaan keeti Israa'el te'a» jedhee moggaase.