1 Kings 18:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qoraani fulla sorio iti baasani suniti tuule, korma suni qale, fooni isaa qoraani suni gubba naqe waan jed'e, Butte afuri bisaani guuta foonifi qoraani kana gubbati naqa. Worri bisaani keesaa naqe jennaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qoraan irratti dareersee mirgoo qalee foon isaa hulee maraa irraa mummuree qoraan dareerse san irra kaayee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee ciinca'aa san irra qoraan naqee, foon korma qalamee san kukkutee qoraanirra naqe; achiin duuba, «Okkotee afuritti bisaan guuta'aatii, ciinca'aa fi qoraan san irratti dhangalaasa'a!» jedhe. Isaanille akkasuma godhane.