1 Kings 18:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle iti deebia jed'eeni, Worri ammalle iti deebie, jennaani ammalle akasuma iti deebia jed'e worri iti deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bisaan waabaa afurii guutuu ciincaa gubamuu fi qoraan irratti jissaa'a» jedhe; «Ammallee itti eda'aa'a» jedhe; isaanillee akkuma inni isaaniin jedhe godhan; «Ammallee sadeessaa'a» jedhe hennaa sadeesso'oollee akkasuma godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Lammeessoo itti dhangalaasa'a!» jedheen. Isaanille akkasuma godhane. Inni, «Sadeessoo itti dhangalaasa'a» jedhee ajaje; isaanille sadeessoo itti dhangalaasane.