1 Kings 18:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO, na d'agayi! Na dagayi AABBO! Aka gumiini tunini ch'ufti, aka atini AABBO Waaqa beete, ammalle aka atini worra gara kanke deefatu, hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ati Waaqa taate, baniin kunillee akka ati gara kee isaan deebifte akka beekan naa dhagayii naa deebis!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun akka ati Mootii Waan Maraa Waaqa teete, qalbii isaaniille gara ifii deebisiisatti ka jiru si akka teete akka beettu, naa dhage'i; ee, Mootii Waan Maraa deebii naa kenni» jedhe.