1 Kings 18:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan kana ch'ufa garte jennaani lafati jijidde, lalabde waan jette, AABBOONI Waaqa, isa male Waaqi d'ibiini injiru!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu haga waan kana argan kallachaan gad kufanii «Rabbi inni Waaqa! Rabbi inni Waaqa!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti tana yennaa dhaggite, fuulaan lafatti gad gombifantee, qoonqoo guddo'oon, «Mootiin Waan Maraa kun Waaqa; Mootiin Waan Maraa kun Waaqa» jette.