1 Kings 18:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Obadiani raagoota d'ibba toko fuud'e goda d'akhaa keesati shantama shantamani d'osse, sagaleefi bisaani kenneefi.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Eelzaabeel raattota Rabbii ajjeesisiifte inni raattota Rabbii namoota dhibbaa fuudhee shantama shantama godhee kushee itti ijaaree waa isaan nyaachisa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iizaabel yennaa raagota Mootii Waan Maraa ijjeesisaa turte, Obaadiyaan raagota dhibba tokko fuudhee, shantama shantamaan addee lamatti qoodee, goda dhaka'aa lama keessatti dhossee, sagale'ee fi bisaan isaaniif dhikeessaayyu.