1 Kings 18:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani waan worraani jed'e, Raagoota Baali ch'ufa qaqaba, tokoleeni imbahini! Biyyiti raagoota suni ch'ufa qabde, jennaani Eliyaani galaana Kishoniti geese worra ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas «Raattota Ba'aalii keessaa namni tokkollee dheessee akka hin baane qabaa'a!» isaaniin jedhe; baniinillee isaan qaban, Eeliyaasillee isaan fuudhee laga Qiisoonii fidee achitti isaan goorraasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas, «Raagota Ba'aalii qaba'a! Isaan keessaa nami tokkolle hin bayin!» jedhee isaan ajaje. Kolbaan isaan mara qadde; Eliyaasille isaan mara gara dhooqa Qiisonii geessee, achitti isaan fixe.