1 Kings 18:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani waan hayyu Ahabuni jed'e, Beeni, amma sagale nyaad'i; anini huuru bokaya d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eeliyaas Aki'aabiin «Kirfaffuun roobaa waan guddaa ta'eef ka'ii nyaadhuu dhugii deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas mooticha Ahaabiin, «Gikkeessi bokkeya hama'aa waan jiruuf, ol bayiitii nyaadhu; unille'e» jedhe.