1 Kings 18:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan hojattu isaatini jed'e, Beeni, gara baariini fuula deefad'i, achi laali. Hojattuuni taani deemte, deebite waan jetteeni, Anini woma inagarre. Maro torba Eliyaani akasuma isa erge, innileeni ka woma inargini akasuma maro jaa deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nama isaa hojjatuun «Ka'ii gara galaanaa laali» jedheen; innillee bayee laalee deebi'ee womaa hin jiran jedhe; ammallee harka torbaa deddeebi'ii laali» jedheen; namni isaa hojjatu sunillee harka torbaa deddeebi'ee laale,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tajaajilaa ifiitiin, «Dhaqiitii gara fuullee abbaaya'aa ilaali!» jedhe. Tajaajilaan isaalle dhaqee ilaalee, «Wonni tokkolle achi hin jiru» jedhe. Achiin duuba Eliyaas tajaajilaa ifiitiin, «Yennaa torba ammalle deebi'ii dhaqi» jedheen.