1 Kings 18:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro torbeeso deebinaani waan jed'e, Anini dumansa diqa toko, ka haga harka namaa, ka Baariini keesaa gadibahu arge. Eliyaani waan hojattu isaatini jed'e, Gara Ahabu d'aqi waan jettuuni, Gaari kanke ka fardi hirkisu yaabad'i, ato bokeeni si ind'aqamne kai gali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa torbeesso'ootitti «Duumessa ganaa namaa geettu ta galaana keessaa baatu arge» jedhe; inni «Aki'aabiin bira dhaqii ‹akka roobni deemuu si hin dhooggine konkolaataa fardaa fe'adhuu bayi› jedhiin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan isaa yennaa torbeesso'ootitti, «Duumensi diqqaan harka namaa hin caalle, abbaayaa irraa ol ka'uun dhagge» jedhe. Eliyaas tajaajilaa ifiitiin, «Gara Ahaabii mootichaa dhaqiitii, ‹Adoo bokkeenni si hin kutin, garreettaa keeti ka fardaan harkifamu irra tee'iitii gara mana keeti gad bu'i› jedhii itti himi» jedhee ajaje.