1 Kings 18:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan Obadiani jed'e, Me, maddaafi laga ch'ufa keesa nu yaasi, marra fardooleefi gaangele duu d'owu barbaanna, akasiini hegeri hori keenna lubbu baamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aab Abdiyyu'uun «Hulee burqa'aatii fi hulee lanni jiru maraa dhaqii akka horii, farado'oo fi gaangiin hulee itti bobbaafannu maal laataa yoo ka argannuu laali» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahaab, Obaadiya'aan, «Ka'iitii, biyya keessa gara madda bisaanii maraa fi laga maraa dhaqi; dedha fardoon, gaangotii fi horiin keenna akka hin duune marra dhagganna fa'a te'a» jedhe.