1 Kings 18:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lachu ee jed'e, lafa abuuru d'aqu wolgaafate, abbu kara ufi iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lachuu hulee itti wol gayan mari'atanii Aki'aab karaa biraa; Abdiyyuunillee karaa biraatiin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ahaabii fi Obaadiyaan biyya keessa deemanu qoqoodamanee, Ahaab karaa tokko, Obaadiyaan karaa dhibii deemane.