1 Kings 18:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Obadiani kara deemu Eliyaani bahe, isa hubate durati gajed'e, waan jed'eeni, Aabbo Eliya kunini d'uguma sii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdiyyuun uduu karaa deemu Eeliyaasiin wolitti dhufan; Abdiyyuun isa beekee gad jedhee nagaya gaafatee «Gooftaa kiyya! Eeliyaas si'ii?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obaadiyaan adoo deemiisatti jiruu Eliyaasiin wol dhagge; inni Eliyaas akka te'e hubatee, fuula ifiitiin lafatti gad gombifamee, «Ati dhugumaan, goottaa kiyya Eliyaasii?» jedhee gaafate.