1 Kings 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Ee anuma, beeni, hayyichaani, Eliyaani ya d'ufe jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaasillee, «Ee ana; deemii gooftaa keetiin Eeliyaas argameera jedhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas deebise, «Eeti'i ana; dhaqiitii, ‹Eliyaas as jira› jedhii goottaa keetitti himi» jedhe.