1 Kings 19:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Ahabuni waan Eliyaani tolche ch'ufa ammalle aka inni raagoota Baali ch'ufa hobaase niiti isaa Yezebeliti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aabi akka Eeliyaas waan kanniin maraa godhe, raattota maraa akka guraade'een ajjeese Eelzaabeelitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahaab waan Eliyaas godhe mara, raagota Ba'aalii maralle attam akka inni shallaaga'aan ijjeese, haadha manaa ifii Iizaabelitti hime.