1 Kings 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi lafti chochote ibidi d'ufe — ammo AABBO Waaqi ibida sunile keesa injiru, duuba eegi ibida suni, qoonqooni toko laato d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti raafamteen maayessa ibiddatu bobaye; ibidda bobawu san keessa garuu Rabbi hin jiru; ibidda bobayeen maayessa laagaan tokkollee hin sokossine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tacho'a lafaatiin duuba ibiddi dhufe; Mootiin Waan Maraa ammoo ibidda san keessa hin jiruuyyu. Ibiddaan duuba qoonqoon akka hasaassa'aa dhage'ante.