1 Kings 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani qoonqo suni d'agaye jennaani woya ufitiini fuula hagogate gabahe afaani goda eje. Jennaani qoonqooni d'ufte waan jetteeni, Eliyaa, maani armaa tolfata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas haga waan kana dhagaye fuulatti haguuggatee bayee goda afoo dhaabate; achiin maayessa «Eeliyaas maal asii goota?» Laagaa jedhu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas qoonqoo akka hasaassa'aa yennaa dhage'e, woyaa fuula ifiititti hagooggatee, bayee afaan godaa dura dhaabbate. Achiin duuba qoonqoon takka, «Eliyaas! Maan asii hujja?» jetteen.