1 Kings 19:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, lafa aloo ta d'aatu Damaskiti deebii, duuba dira suni — seeni, Hazaeli muudi, hayyu Shamu tolchi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Eeliyaasiin «Karaa lafa gammoojji'ii ka duraan keessa dhufte keessaan gara Damaasqo'oo deebi'i, hennaa achi geette biyya Sooriya'aa irratti akka moowu Azaaheliin muudi,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Eliyaasiin, «Karuma dhutte deebi'iitii, gara goomolee Damaasqo'oo deemi; yennaa achi geette Sooriyaa irratti mootii akka te'u Hazaa'el muudi.