1 Kings 19:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama baqate Hazaeli duraa bahe Yehuti hobaasa, ammalle ka Yehu duraa bae Elishati hobaasa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama guraadee Azaahelii jalaa baye maraa Iyyu'utu ajjeesa; ka Iyyuu jalaa baye maraa Eelsaa'itu ajjeesa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama shallaagaa Hazaa'elii jalaa miliqe mara, Yehuun hin ijjeesa; nama shallaagaa Yehu'uu jalaa miliqe mara, Elsaa'i hin ijjeesa.