1 Kings 19:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo taatule anini nama kuma torba, ka Israeli, ka Baali gula bahe d'ungate durati jilbifate inkad'atiini, imbaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra Israa'elii keessaa ka waaqolee tolfamaa Ba'aaliif hin sagannee fi ka isa hin dhunganne namoota kuma torbaa ufiif hambifadheera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ani worra jilbiiffatanee Ba'aaliif hin sagadin, afaan ifiitille'een ka fakkii Ba'aalii hin sunqatin, namoota kuma torba Israa'elii keessatti hin hambura» jedhe.