1 Kings 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elishani karaaba isaa ta qotiyo taani qaqale, qaampara isii ch'ufa qoraani tolche, bobeese, fooni sunini d'aabe biyyaani gololche. Duuba kae, Eliya gula deeme qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni isa biraa deebi'ee sangoota lamaa fuudhee qalee affeelee bani'ii kennee nyaachisee ka'ee Eeliyaasiin faanaa deemee isaa hojjata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Elsaa'i isa biraa deebi'ee deemee qotiyyoo lama qale; inni meya qotiyyo'oo ka ittiin qotu san bobeessee, foon san iffeelee kolba'aaf kenne; isaanille nyaatane. Achiin duuba Elsaa'i ka'ee, Eliyaas hordofee qarqaaraa isaa te'e.