1 Kings 19:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Eliyaani qoonqo suni d'ageennaani sodaate, aka lubbu ufi baasu hojattu isaa fud'ate kae, dira Beersheba ka lafa Yuda keesa jiru, baqate. Achiti hojattu isaa lakise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas guddisee sodaatee lubbuu ufii oolchu'uuf nama isaa hojjatu woliin gara qachaa Beersaabeehii Yihuudaa keessatti argamtuu hojjataa ufii achitti dhiisee dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas sodaatee lubbuu ifii hamburatiisaaf baqate; inni biyya Yihuda'aa keessa Bersheebaa yennaa geye, tajaajiltoota ifii achitti lakkisee,