1 Kings 19:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufi guyya suni ch'ufa lafa aloo keesa deema oole. Jennaani ato deemu ejate gaadisa mukha jala tae, Waaqaani, lubbu na keesa fuud'i, hojja anini due ira na jirti jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deemsa guyyaa tokkoo guutuu deemee dhittacha takka jala taa'ee «Yaa Rabbi! ani abboota tiyya hin caaluu amma na gayaa lubbuu tiyya fudhu!» jedhee akka du'u kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa tokko guutuu goomolee keessa deemeen duuba, gaaddisa muka ittachaa jala tee'ee, «Ani abbootii tiyya ta durii waan hin caalleef, amma na hin geettii, Waaqa kiyya na ijjeesi!» jedhee daadimate.