1 Kings 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni mukha kaani jala gach'iise rafe. Jennaani malaikaani d'ufte isa kaafte waan jetteeni, kai waan kana soorad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa inni mukattii dhittachaa san jala ciise; akkuma inni ciiseen hirribni isa fudhatee rafe; maleekkaan Rabbii tuqee isa kaasee «Ka'ii waa nyaadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni muka ittachaa san jala irkatee adoo rafee jiruu, ergamaan Waaqaa tokko isa tuqee, «Ka'iitii, nyaadhu» jedhe.