1 Kings 19:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqa ammalle iti deebite isa kaafte waan jetteeni, Kai, sagale soorad'i, imaltuni siti guddo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii hennaa lammeesso'ootiif tuqee isa kaasee «Karaan deemtu fago'oo ka'ii waa nyaadhuu dhugi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa ammalle deebi'ee dhufee, isa tuqee, «Karaa fagoo waan deentuuf, ka'iitii nyaadhu!» jedheen.