1 Kings 19:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani kae nyaate d'uge, akanaani jajabaate, bulti afurtama gara gaara qulqullo Sinai jed'ani miilaani deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ka'ee waa nyaatee dhugee hunna saniin guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga Kooreebii gaara Rabbii deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Eliyaas ka'ee, nyaatee une; hunna sagalee saniitiin, guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama haga Siinaa gaara Waaqaa deeme.