1 Kings 19:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artini bahe jennaani goda d'akha toko seene bule. Jennaani AABBO Waaqa isaani dubbate waan jed'eeni, Eliya, maani armaa tolfata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma achi gayeen goda tokko keessa seenee achi bule; uduu inni goda san keessa jiru dubbiin Rabbii «Eeliyaas! maal asii goota?» ka jedhu gara isaa dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma achi geyeen goda takka seenee bule. Achiin duuba jechi Mootii Waan Maraa gara Eliyaasii dhufee, «Eliyaas! Maan asii hujja?» jedhee gaafate.