1 Kings 2:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo waan siini jed'u qaba. Isiini waan jetteeni waan jechu feetu jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Ee, nagayuma» jedhe; si irraa hajaa qaba» isi'iin jedhe. Isiinillee, «Dubbadhu» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni itti dabalee, «Ani waan sitti himadhu qaba» jedhe. Isiille, «Himattu ree!» jetteen.