1 Kings 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Atini imbeeta aka hayyumti sila tiyya ammalle nami Israeli ch'ufti ya aka hayyu na heregate. Ammo dubbini suni akasi intaane, oboleesa kiyyati, fed'i Waaqa gula, hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adooniyaas, «Ati akka ani mootii ta'u'uuf ta'u, worri Israa'elii maruu akka ani mootii ta'uuf akka na eega'aaran hin beetta, mootii ta'uun garuu ana irra lufee obboleessa kiyyaaf ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Akkuma ati beettu silaa mootummaan tiyya; Israa'elooti duudiin, ‹Isattuu mootii nu'uuf te'a› jedhanee eegataa turane; ammoo Mootiin Waan Maraa waan isaaf kenneef, dubbiin jijjiirantee, obboleessi kiyya mootii te'e.