1 Kings 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma waan toko si kad'ad'a, na ind'owatini naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma waan tokko si kadhadhaa na hin saalfachiisin» jedhe; isiin garuu «Dubbadhu» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle waan si kadhadhu tokko waan qabuuf, na hin didin» jedhe. Isiille, «Kadhattu ree!» jetteen.