1 Kings 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bathshebani waan jetteeni, Hayye kad'ad'i. Inni waan jed'eeni hayyicha Solomoni na kad'ad'i ani imbeekha inni si jala indidu — aka inni intala Abishagi jed'ani, ta lafa Shunamiti d'ufte, naa kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isi'iin, «Mootichi Solomoon si hin diduu Abiisaa nama gosa Suunaamii akka natti heerumsiisu akka naa gaafattu si kadhadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Mootichi Solomoon si hin didu, Abiishaagii Shuneemittii akka ani fuudhuuf maganne'e isatti naaf himi!» jedhe.