1 Kings 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Maanifi Abishagi isaa kenni nani jetta, Hayyumale kad'ateefi ho? Qarale inni oboleesuma kiyya gudda ammalle qaallicha Abiatharifi Yoabuleeni gama isaa jirani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon deebisee haadhaan, «Abiisaa gosa Suunaamii maaf Adooniyaasiif na kadhatta? inni obboleessa kiyya ka hangafaa waan ta'eef, mootumma'aa na gaafadhu; Abiyaatar gadichinii fi Iyyoo'aab ilmi Tsuuriya'aa isa woliin jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon deebisee, haadha ifiitiin, «Ati Abiishaagii Shuneemittii Adoniya'aaf maaf gaafatta? Inni obboleessa kiyya angaficha waan te'eef, hayyichi Abiyaataarii fi ilmi Zeruyaan deette Yo'aab isa woliin waan jiranuuf, mootummaa tiyyalle isaaf maaf hin gaafatin ree?» jedhe.