1 Kings 2:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu barch'uma hayyuma ka abba kiyya Daudi naa kenne aka dansaa narati jabeese; inni yayu kakhu ufi guute anaafi d'aloota kiyyaa kenne. Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a, aka Adoniani arruma duu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka amma jabeessee na dhaabe, teessoo mootumma'aa ka abbaa kiyya Daawitii irra na kaaye, ka akkuma dubbatetti mana naa ijaare, maqaa Rabbii jiraata'aatiin kakadhee, adha Adooniyaas hin du'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, ka akkuma waadaa naaf galetti, barcumaa mootummaa abbaa kiyya Daawitii irra jabeessee na dhaabee, mootummaa sanyi'ii tana anaa fi sanyii tiyyaaf kennee, Adoniyaan adhuma hin ijjeefama» jedhe.