1 Kings 2:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni waan qaallicha Abiatharini jed'e, Beeni, Anathothi lafa tanteeti gali, atini sila duu malte, ammo anini amma si inijeesu, wonti akanatiifi siti duri gaafa abba kiyyaani woliini jirtani, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa qorqoratte, ammalle gaargala ch'ufa keesa abba kiyyaani woliini teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi Abiyaatarii gadichaan, «Ati adha silaa nama du'u; garuu Saanduuqa waadaa Rabbii Waaqa keetii abbaa kiyya Daawitiin afo'otti waan baadhatteef, rakkinni abbaa kiyya irra gaye maruu si irrallee waan gayeef, ani si hin ajjeesuu gara qonna Anaatootii deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Solomoon hayyicha Abiyaataariin, «Atille nama ijjeefamu'uuf maleeyyu; ammoo Saanduqa Gondooroo Goottaa Mootii Waan Maraa ba'attee, abbaa kiyya Daawiti dura deemaa, rakkoo isa dhaqqadde duudii isa woliin waan qoodanteef ani si hin ijjeesu, gara biyya teetii Anaatoti deemi!» jedhe.