1 Kings 2:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Solomonini Abiathari huji qaallu AABBO Waaqa keesaa baase, akanaani dubbi AABBO Waaqi duri Shiloti dubbate waan qaallu Eliifi d'alooti isaa tahu hime guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa dubbiin Rabbii ka Seelo'otti Eeli'itti dubbatame akka raawwatamuuf Solomoon Abiyaatariin gadoota jiddu'uu baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Solomoon hujii Abiyaataar hayyumma'aan Mootii Waan Maraa tajaajilu irraa isa ari'e; tanaaf jechi Mootii Waan Maraa marroo sanyii Eli'iitiif Shiilo'otti dubbate muummowe.