1 Kings 2:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini aka Yoabuni Waaro Woyyumati d'eete d'aatu waan mesa fakaata kaani eju d'agaye jennaani, Benaiya ilma Yohaida iti erge waan jed'eeni Beeni Yoabu ijeesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon akka Iyyoo'aab gara daasee Rabbii dheessee buuchoo ciinca'aa qabate dhagaye; Solomoon ilma Yoodaahe'ee Banayaasiin dhaqii ajjeesi jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab gara dunkaanii Mootii Waan Maraa baqatee, addee ciinca'aa bira akka jiru, mootichi Solomoon yennaa dhage'e, ilma Yehoyaada'aa Benaayaan ergee, «Dhaqiitii isa ijjeesi!» jedhe.