1 Kings 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan AABBO Waaqi tolchi sinjed'e tolchi kara isaa gula deemi, aadaafi seera isa, ta Seera Musa keesati t'aafani guuti, aka waan tolchitufi fulla atini deemtu ch'ufa keesa, eeba argattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wonti ati gootuu fi karaan ati deemtu maruu akka sii qajeelu, akkuma seera Muuse'ee keessatti barreeffame ajaja isaa, seera isaa, murtii isaatii fi ragaa isaa, karaa isaa hennaa deemtu ajaja Rabbii Waaqa keetii eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee ati dhaxxu maratti, wonni ati gootu duudiin akka si'iif milkoottu, waan Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si irraa barbaadu muummessi; karaa isaa irra ideemi; akkuma Seera Muuse'ee keessatti barreeffante, sirna, ajaja, seeraa fi seerata isaa eegadhu.