1 Kings 2:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini waan jed'eeni, Waan inni fed'u tolchi, artumati ijeesi awaali. Aka akanaani anaafi worri keenna nama tokole d'iiga nama woma iyyakini ka Yoabuni fit'e ingaafanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi akkana jedheen, «Akkuma inni siin jedhe godhi; Iyyoo'aab dhiiga akkanumaan raasa'atti jige anaaf mana abbaa kiyyaa irraa fageessiitii isa ajjeesii awwaali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi Solomoon Benaaya'aan, «Akkuma Yo'aab siin jedhe, isa ijjeesiitii awwaali; akka kanaan yakkaa Yo'aab dhiiga nama yakkaa hin qannee dhangalaasiisaan nutti fide, anaa fi mana abbaa kiyya irraa qulqulleessi.