1 Kings 2:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Yoabu ingaargalcha, waan inni, ka abbaani kiyya Daudini quba inqamne, worra suni fit'eefi. Inni nama lama ka woma iyyakini, ka isa ira jiru, ijeese: Abineri gudda askarti Israelitiifi Amasa gudda askarti Yuda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan kiyya Daawiti uduu hin beenne Iyyoo'aab namoota qajeelaa isa irra woyya'aa lamaan Abeneerii ilma Neerii ajajaa loltoota Israa'eliitii fi Amesaayii ilma Yooteerii ajajaa loltoota Yihuuda'aa waan guraade'een ajjeeseef Rabbi Iyyoo'aabiin hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan kiyya Daawiti adoo hin beekin, Yo'aab ajajaa loltoota Israa'elii ilma Neerii Abneerii fi ajajaa loltoota Yihuda'aa ilma Yeterii Amaasaa, worra isa caalaa balchaa te'ane, lolee shallaaga'aan waan ijjeeseef, dhiiga inni dhangalaaseef, Mootiin Waan Maraa haluu isa hin baya.