1 Kings 2:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iigi worraa gubba Yoabutifi d'aloota isaa haga jiru jireenna taha. Ammo AABBO Waaqi ha hojja ch'ufa Daudifi d'aloota barch'uma isaa ka hayyuma ira tau eebise nagaya kennufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab waan ajjeeseef adabbiin isa irratti raawwatame, isaaf fiixaa isaa irrattillee baraa haga bara baraa haa ta'u; fiixaa Daawitii ka teessoo mootummaa isaa irra taa'aniif garuu nageenni Rabbii baraa haga bara baraa isaaniif haa ta'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab namoota san ijjeesiisaan, yakkaan inni yakke mataa isaatii fi mataa sanyii isaatitti deebituu ti; Daawitii fi maatii isaatiifille, sanyii isaatii fi barcumaa mootummaa isaatiifille ammoo nageenni Mootii Waan Maraa haga bara baraa te'uu ti» jedhe.