1 Kings 2:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Benaiyani kae Waaro Woyyuma d'aqe Yoabu ijeese, worra isaa ka diida jiruti isaa awaalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Banayaas ilmi Yoodaahe'ee itti dhaqee Iyyoo'aabiin ajjeesee mana isaa ka lafa onaa keessa jiru keessatti awwaalame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ilmi Yehoyaada'aa Benaayaan dhaqee Yo'aab dhowee ijjeese; Yo'aab lafa goomole'ee keessatti lafa ifiititti awwaalame.