1 Kings 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini Seera isaa guute, AABBO Waaqi kakhu inni naa kakhate, ta gaafa inni, d'alooti kanke worra Israeli mohate haga worri Seera kiyya garaa tokooni jabeese guutu, nani jed'e, sii guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dura Rabbi na abdachiise ‹Ijoolleen tee yoo seera kiyya eegan, yaada qulqullu'uun, garaa qulqullu'uu fi dhuga'aan yoo na faanaa deeman, teessoo mootummaa Israa'elii irraa fiixaan kee hin citu› jedhe akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Sanyiin teeti gadhaa tokkochaa fi lubbuu takkatti'iin addatamumma'aan ifi eegattee fuula kiyya dura yoo deddeebite, sanyii teeti keessaa nami mootii te'ee, barcumaa mootummaa Israa'elii irra tee'u hin dhabamu› jedhee waadaa naaf gale hin muummessa.