1 Kings 2:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isa yaame waan jed'eeni, Anini maqa AABBO Waaqatini si kakhachiise aka atini dira kana keesa garu ind'anne. Ammalle anini si gorse yo atini armaa baate indoota jed'e siti hime atinileeni, Hayye, dansa inguuta nani jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mootichi dhaamsa ergee Saamii waamsisee, «Yoo olii gad deemte akka duutu beeki» jedhee si hin kassiifnee? yookaan sitti hin rassiifnee? atillee dubbiin misha'a jettee na jalaa dhageetteerta.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isatti ergee, «Addee dhibii deemiisaaf jettee, qachaa Yerusaalemii keessaa yoo baate akka duutu beeki» jedhee, maqaa Mootii Waan Maraatiin si kakachiisee, ani si ifi eeggachiisee hin jiruuyyuu? Atille, «Wonni ati jette dansa'a! Si'iifille hin ajajama» naan jetteerta.