1 Kings 2:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni na eebise hayyuma Daudi haga jiru jireenna jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon garuu hin eebbifama; teessoon mootummaa Daawitiillee baraa haga bara baraa jabaatee dhaabata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mootichi Solomoon ammoo hin eebbifama; barcumaan mootummaa Daawitiille haga bara baraa Mootii Waan Maraa duratti jabaatee hin dhaabbata» jedhe.